Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Masiriin rakkoon Yamanitti dhalate furmaata siyaasaa argachuu akka qabu waamicha dhiheessite
- Atileetiin Itoophiyaa fiigicha maraatooniin beekamtuu fi Maraatoonii Tookiyoo bara 2019 injifatte Ruut Aagaa qoricha dhorkamaa ''methylprednisolone'' jedhamu qabattee argamuun ykn fayyadamuun waggaa ja'aaf fiigicharraa ugguramte.
- Walitti bu'iinsa magaalaa Moyaaleetti mudateen jiraattonni magaalattii gara Keeniyaatti baqataa jiraachuu mootummaan Keeniyaa beeksise.
- Haleellaan Huutii hammaannaan US dippiloomaatonnishee Saa'udiitii akka bahan ajajje
- UKn haleellaa Huutiin Sa'ud Araabiyaarratti gaggeessu qolachuuf xayyaarota waraanaa bobbaasufi
- Humni TPLF akkamitti yeroo gabaabaa keessatti magaalota hedduu dabalatee kutaalee naannichaa harka caalu gadhiisee ba'uu danda'e? Itti aanee maaltu mudachuu mala?
- Odeessaalee biroo karaaMarsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.




















