Bootteewwan Wallaggatti gubatan waan beeknu
Bootteewwan Wallaggatti gubatan waan beeknu
Maxxanfame
Haleellaa hidhattoonni Wallagga Lixaatti bootteewwan guban, konkolaachistoota butan.
Aangawoonni mootummaa waa'ee haleellaa kanaa homaa hin dubbanne.
BBC'n garuu viidiyoofi saatalaayitiirraa mirkaneesseera. Wanti adda baafanne kunooti.



