Chaayinaan Masrii gargaaraa jirtii?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Chaayinaan Masrii gargaaraa jirtii?
Maxxanfame

Pirezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing biyyi isaanii hariiroo dippiloomaasii Masrii wajjin itti eegalte waggaa 70ffaa sababeeffachuun torbee kana Kaayirootti imalanii ture.

Wiixataaa fi Kibxata darbe Hagayya 26 fi 27/2018 A.L.I daawwannaa Masriin booda biyyooti lameen ibsa waloo baasaniin ejjennoo jajjabaan mul'ateera.

Ibsi kuni dhimma Abbayyaa Masriin Itoophiyaa waliin ittiin waldhibduufi dhimma Galaana Diimaa yeroo dhihoo as ajandaa Finfinnee tahe kaaseera.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.