Dhaamsa US Itoophiyaaf dabarsite
Dhaamsa US Itoophiyaaf dabarsite
Maxxanfame
Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Hogganaan Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa dhihoo guyyoota shaniif Itoophiyaa daawwataniiru.
Marii isaan taasisaniinis waan tokko irra deddeebiin dubbatan.
Kunis nagaan waan ijoo akka ta'edha. Bishooftuufi Shaashamannees dhaqaniiru.
Daawwannaan isaanii kuni yeroo Kaaba Itoophiyaatti muddamni cimetti mudate.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.



