Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Wallagga Lixaa Tulluu Kaappiitti maaltu ta'e?
Wallagga Lixaa Tulluu Kaappiitti maaltu ta'e?
Maxxanfame
Hidhattoonni warshaa warqii Tulluu Kaappii haleeluun hojjettoota dabalatee humnoonni nageenyaa ajjeefamuu BBC'n mirkaneesse.
Viidiyoo qoodameerratti hidhattoonni 'hunda ajjeesaa' yoo jedhan dhagahama. Konkolaattonnis gubatani.
Sababa haleellaa kanaaf dhaabbatichi hojii dhaabuu isaa ibseera. BBC'n viidiyoo qoodame xiinxaleera.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.