Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Shakkamtootni Finfinneetti Qiddusaan Yirgaalam ukkaamsuun ajjeesan, yakkicha raawwachuu amanuu poolisiin ibse

  2. Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan ''farra Itoophiyaa'' miti jedhan

  3. Sa'uudiin waraana US-Iraan irratti hirmaachuu fi dhiisuu gidduutti danqamte

  4. Ijoo

  5. Warseessa waggoota 40 as Itoophiyaa keessa jiraachuunsaa mirkanaan hin beekamne

  6. Ijoolleen Itoophiyaa 20 akkamiin Siwiidinitti miliqanii hafan?

  7. Ijoo

  8. 'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwoomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM

  9. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  10. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  11. US hanqinni meeshaalee waraanaa mudannaan Iraan haleeluu dhaabdee?

  12. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu

  13. Tiraamp Iraan waliin mariin 'haala gaariin deemaa jira' jedhus Iraan kallattiin mariyataa hin jiru jette

  14. Ijoo

  15. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban

  16. Kantiibaan Niwuyoork Mamdaaniin Netaaniyaahuu nan hidha jedhus Netaaniyaahun sodaa hin qabu jedhe

  17. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  18. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

  19. 'Anis silaa Ayaatolaa Kaameenii fa'aa waliin du'a ture' - Miinstiirri dhimma alaa Iraan akkamiin akka du'a oolan himan

  20. Wal haleeluu Huutii fi Saawud Arabiyaa waan hanga ammaatti beekamu